Hawaasa Mana
Barumsichaaf
Barnootni Kutaa 9-11
Waxabajjii 14/2016 Xumurama
Waxabajji 17-21/2016 qorumsi xumurama(Final
Exam) (Kutaa 9-11)
Barnootni kutaa 12ffaa Caamsaa 24 xumurama
Caamsaa 26-28/09/2016
(Kutaa12ffaa qorumsa Model-II) Kutaatti
kennama
Waxabajji 24-26/2016 Model
xumurama(9-12) Kutaa 12ffaaf
Barsiisotni
Hunduu Kalaandera kana keessatti of galchuun
qabiyyee barnoota
haguugaa akka deemtan Beeksisna
Nagaa
Wajjiin!!
Comments
Post a Comment