Baga gammaddan

baga gammaddan! weebsaayitiin mana barumsaa keenyaa guyyaa har'aa eebbifamuun tajaajila isaa eegalee jira, haaluma kanaan isin barattoonni keenyas karaa weebsaayitii keenyaa kana akka nu hordoftanii fi beekumsa keessan gabbifattan isin beeksifna!




Comments