BEEKSISA

Barattooni sadarkaa lammaffaa mana barumsaa naqamtee qormaata biyyoolessaa(seensa yuuniversiitii) bara 2015 fudhattan hundaaf yeroon(guyyaan)   unka foormii biyya itti guuttan  gaafa guyyaa 15/01/2016  hanga 20/01/2016  qofa ta'uu isaa cimsinee isin beeksifna 

HUB

 bartaan kamiyyu guyyaa jedhame kana keessatti argamee kan hin guunnee yoo ta'e rakkoo boor dhufuuf itti gaafatamummaan kan isaa ta'uu isin beeksisna! 


Comments